“Oolmaa jila gamtaa SMOA, AYA,  WDA,  OPA, fi Yuunivaarsiitii arsii
Jilli keenna koonyaa  arba_guuguu guyyaa shanaffaa isaa guyyaa 02/08/2012 idoowwan armaan gadii keessatti duula hubannoo farra koronaa taasisaa oollee.
1. Aanaa Collee keessa qaxxaamurree
2. Maanyaa laga bunaa
3.odaa adii
4. Warqii
5. Warqii daraartuu
6. Maanyaa adaree
7. Haroo akkiyyaa
8. Caancoo/magaalaa guddoo aanaa gololchaa  fi baadiyaa ishee
9. Dhummuugaa fi gandoota baadiyaa aanaa Shanan Kooluutti argamnee dhibee koronaa irratti hubannoo ummataaf kennaa oolle.   Aanaa lamatti mormii abbootiin amantaa waaqeffannaa/salaata/jum'aa waloo dhaabuu didan
A. Aanaa Shanan Kooluu/Dhummuugaa fi
B. Aanaa gololchaa/caancootti  marii abbootii amantii fi qaamota mootummaa wajjiin ta'uun gorsa qaamolee hubannoo uumanii, ogeeyyii fayyaa,  miidiyaa fi mootummaan kennan akka hojirra oolchan waadaa nuuf galan.”
Axact

Axact

Vestibulum bibendum felis sit amet dolor auctor molestie. In dignissim eget nibh id dapibus. Fusce et suscipit orci. Aliquam sit amet urna lorem. Duis eu imperdiet nunc, non imperdiet libero.

Post A Comment:

0 comments: