Rakkoon TPLF Dawud Ibsaa yokaan Dr. Abiy miti. Hoggana dhaaba tokko jibbu fi sabicha jibbu jiddu garaa garummaa guddaatu jira. Tigreen Ossoo Hoggana #ABO Jaalattee dhugumaan deggartte Maqaa dhaabichaatin Ummata Oromoo Guututti hin yakkitu ture, Qabsaawoota akka Jaal #Nadhii_Gamadaa faa achi butee hin dhabamsiiftu ture. 


Ilmaan Oromoo kan Waraana Adda Bilissummaa Oromoo Itiyophiyaa fi biyyoota ollaa keeyissattis akka bineenssa barbaadamani badiin maleetti reebamaa ajjeefamaa turan Lakkofssaan kuma dibbaantamaa olitti kan tilmaamamu, Akkasuma maatiiniis Qabsaawootaas fi Ummanni Oromoos adda durummaan yakkamaa dararamaa ajjeefamaati kan turan waggoottan 28’n dabran. 


Walumaa galatti Seenaan afaaniin himinssa malee dubbatti waan taheef Jolleen Oromoo akka dogoongoraan Oloolttun TPLF ajendaa haareya nuuf hin baafnne. Activistoonni Wayyaanee gaafnni isaan nu kabajan yokaan Dirqamaan nu Jaalatan. kaleessa Guyyaa nu ajjeesan, A’arra Guyyaa akka nu ajjeesisuu nuti ufiitti dhifne ossoo hin taanee gaafa nuti Oromoon wal taanee garaa muranne tokkummaan hiree mirga Keenya ufiif murree murteefanne ajjeechaa Ummata Keenya irraa dhaabuu dandeeyne qofa! 


Dina hin amaninaa, dinnan isinif yaadu fakkaatee isin hin dogoongorsiisin, sobani dagani dinnan isin hin kuffisin.

Axact

Axact

Vestibulum bibendum felis sit amet dolor auctor molestie. In dignissim eget nibh id dapibus. Fusce et suscipit orci. Aliquam sit amet urna lorem. Duis eu imperdiet nunc, non imperdiet libero.

Post A Comment:

0 comments: