"Godina Harargee bahaa Aanaa kombolchaa magaalaa malkkaa raafuuti guyyaa araa hiriiri nagayaa barattoota oromo fi qeeroo oromo akkasumas hawasa kombolcha waliin gageefamaa jira kayyoon hiriira kanaatis ajjeechan ummata oromo fi polisi oromiya iratti gageefame ni balaalefana motummaan naanoo oromiya dangaa oromiya fi ummata oromo kabajjaa iti godhuu qaba fi Kabajchiisuu qabas fi kk fakatan."

 Siyaasan Oromiyaa


Axact

Axact

Vestibulum bibendum felis sit amet dolor auctor molestie. In dignissim eget nibh id dapibus. Fusce et suscipit orci. Aliquam sit amet urna lorem. Duis eu imperdiet nunc, non imperdiet libero.

Post A Comment:

0 comments: